
Poem : Walaloo gabaabaa Caalaa Hayiluu tiin
Explicit content warning
03/04/23 • 1 min
Sitti booneen siin boohaa ,
sitti qaanfadheen siin boonaa,
Siin booneen, sitti qaanfadhaa,
Sibaqadheen si aanfadhaa,
sitti aanfadheen si baqadhaa...
Galgala siin booneen, guyyaa siin boohaa,
Galgala Siif booheen, ganama siin boonaa...
Ati, atin kuni na rakkifte, albakkuu taatee,
na boochitee, walammee of gootee
Anummaatu anumaan of nyaatee...
Anumatu anumaan maraatee..
https://youtu.be/z3ivNAZPwO0
Sitti booneen siin boohaa ,
sitti qaanfadheen siin boonaa,
Siin booneen, sitti qaanfadhaa,
Sibaqadheen si aanfadhaa,
sitti aanfadheen si baqadhaa...
Galgala siin booneen, guyyaa siin boohaa,
Galgala Siif booheen, ganama siin boonaa...
Ati, atin kuni na rakkifte, albakkuu taatee,
na boochitee, walammee of gootee
Anummaatu anumaan of nyaatee...
Anumatu anumaan maraatee..
https://youtu.be/z3ivNAZPwO0
Previous Episode

Dhaammata: sabni Kaayyoo qabu hin reeqqisu
Sabni Kaayyoo qabu hin reeqqisu, hin daddaaqu! Ajandaa nyaaphatiin tokkummaa kee hin sharafin!
Nyaaphni keenya guyyaa Guyyaan ajandaa nuuf kalaqeet kaayyoo nu wallaalchisuun hojii manaa isa nu hojjachiifata Oromoon kanatti dammaquu qaba.
https://youtu.be/l0UEWGIRQHQ
Next Episode

Instrument of National Power (Birkiilee humna Biyyoolessaa) Dr.Baaroo Qannoo Dheeressaa.
Instrument of National Power (Birkiilee humna Biyyoolessaa),Magaalaa Gaambellaa 03 fi 04 keessatti ajaja MNG'tiin bifa sukkaneessaan Oromoonni hedduu ajjeefaman.
https://www.youtube.com/live/mjuKDA5BJc4?feature=share
If you like this episode you’ll love
Episode Comments
Generate a badge
Get a badge for your website that links back to this episode
<a href="https://goodpods.com/podcasts/egeree-oromiyaa-eos-podcast-251710/poem-walaloo-gabaabaa-caalaa-hayiluu-tiin-29106825"> <img src="https://storage.googleapis.com/goodpods-images-bucket/badges/generic-badge-1.svg" alt="listen to poem : walaloo gabaabaa caalaa hayiluu tiin on goodpods" style="width: 225px" /> </a>
Copy